الجمعة، 1 مايو 2020

Seera soomana Ramadaanaa - 14 - afaan oromoo - Jamaaal Muhammad ahmad

Seera soomana Ramadaanaa - 14 - afaan oromoo - Jamaaal Muhammad ahmad: Sagantaa kana keessatti barnoonni sadarkaa soomanaa, seera soomanaa, namusa soomanaa, waan soomana balleesuufii kan biroollee balinaan dhihaatee jira.

ليست هناك تعليقات:

إرسال تعليق